Nama ganna 20 du'a caalaa jireenyan sodaadha jedhu hedduu arguun ni rakkisa. Mucaan lammii Ispeen ta'e Aleyksoo Paaz garuu miira akkasii qaba. Wayita umuriin isaa ganna saddeet ture Aleyksoo Paaz ...