''Diina waloo waan qabnuuf, dhimma waraanaa irratti wal deeggaruuf TPLF waliin wal taaneerra,'' jechuun ajajaa olaanaan Waraana Bilisummaa Oromoo Kumsaa Dirribaa BBC'tti himeera. Oromoon TPLF waliin ...
Ameerikaan Yuukireen deeggaruuf murteessuun ''carraa biyyoonni lixaa kallattiin Raashiyaa wajjin wal waraanuu'' akka dabalu Raashiyaan akeekkachiifte. Ameerikaatti Ambaasaaddarri Raashiyaa Antoolii ...